وَعَلَيْكُمُ السَّلَامُ وَرَحْمَةُ اللَّهِ وَبَرَكَاتُهُ
Hiika
Isin irrattis nagaan, araarri Allaahii fi eebbi Isaa haa ta'u!
Dubbisa
Wa ‘alaykumu-s-salaam wa rahmatullaahi wa barakaatuh!
Madda: Qur'aana, 4:86 · Abuu Daawud, 5195
Tartiiba kanaan jedhamu
- Nagaa gaafachuu
- Deebii nagaa
