يَهْدِيكُمُ اللَّهُ وَيُصْلِحُ بَالَكُمْ
Hiika
Allaah isin haa qajeelchu, haala keessanis haa sirreessu!
Dubbisa
Yahdiikumullaahu wa yuslihu baalakum!
Madda: al-Bukhaarii, 6224
Tartiiba kanaan jedhamu
- Du'aa yeroo haxxifatan
- Nama haxxifateef deebii
- Deebii nama haxxifatee
