سُبْحَانَ اللَّهِ وَبِحَمْدِهِ، سُبْحَانَ اللَّهِ الْعَظِيمِ
Hiika
Allaah hanqina hunda irraa qulqulluu dha, faarsaanis Isaaf haa ta'u! Allaah Guddichi hanqina hunda irraa qulqulluu dha!
Dubbisa
Subhaanallaahi wa bihamdihii, subhaanallaahil-‘aziim!
Madda: al-Bukhaarii, 7563 · Muslim, 2694
